Mon – Fri: 8:30 AM – 5:30 PMinfo@ethiopianchamber.com
ECCSA logoECCSAEthiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations

Walgahiin Invastimantii Select USA USA, Maryland, National Harbor keessatti gaggeeffamaa jiru, har’a guyyaa lammaffaa isaati.

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ የ2019 በጀት ዓመት መደበኛ ስብሰባችን በተሳካ ሁኔታ አጠናቀናል።

?????? ?????? ??? 3? ???? ???? ???????\n????? ??????? ?????? ????? ?????? ??? ??? ???? ????? ?? ?? ????? ???? ????? ??? ?????????\n????? ????? ?????? ???? ????? ???? ???? ?????? ?? ???? ????? ????? ?? ?????? ????? ?? ???? ??? ??????::\n????? ????? ???? ?????? ?????? ?????? ???? ?? ?? ????? ?????? ????? ???? ?????? ??? ??? ?????? ????? ???? ?????? ????? ????? ????? ?? ?? ??? ??????\n???? ???? ??\n????? ????? ???? ???? ?????\n\nHar’a ganama walgahii idilee 3ffaa Boordii Istaandardii Itiyoophiyaa taasifneerra jirra. Istaandaardiiwwan Guyyaa har'aa mirkanaa'an keessaa Gaazii uumamaa yeroo dhiyoo biyyi keenya baastee fi gabaadhaaf dhiyeessuuf boqonnaa xumuraa irratti argamtu isa jalqabaati. Marii fi qorannaa bal’aa erga taasifnee booda Istaandaardii Biyyoolessaa sochii dinagdee biyya keenyaaf murteessaa ta’e akka hojiirra ooluuf raggaasifnee jirra. Raggaasifamuun Istaandaardii Biyyaalessaa oomishtoota fi tajaajila kennitoota biyya keenyaa gara hojii foyya'aatti akka galaniif gumaacha olaanaa kan qabu yoo ta'u, oomishoonni biyya keenya keessatti oomishaman qulqullina isaanii eeggatanii dorgomaa akka ta'an gochuu keessatti gahee olaanaa qaba.\n\nThis morning, the Ethiopian Standards Board held its 3rd regular meeting. After extensive discussion and examination, we approved national standards that are crucial to our country's economic activities. Among the mandatory agenda items approved is the standard for natural gas products that our country has recently started producing and is preparing to market. The approval of national standards will greatly contribute to the advancement of our country's manufacturers and service providers and will play a significant role in ensuring that the products produced in our country maintain their quality and are competitive.