?????? ?????� ???? ????????? ?????� ????? ????? ?????? ?????? ??? ???? ????? ?????? ??? ???? ?????? ?? ??? ????? ????? ????? ???????? ??? ?? ?????� ?????� ???? ???????? ???? ???\n??? ???? ???? ??? ????? ???? ????? ???? ?� ???? ??? ??? ?????? ????? ??? ???? ???? ?????? ??????� ???? ??? ??????? ??? ??? ??? ?? ????? ?? ?????? ????? ???? ????? ?????\n??? ????? ?????? ????? ????? ????? ???? ???? ???? ????? ?????? ??????? ?????????? ?????? ?????? ???? ??? ?????� ?????? ?????? ???? ??????? ????? ??? ???? ?????� ???????? ???-???? ???????\n\nBaankiin Siinqee dargaggoota Oromiyaa rakkoo diinagdeef Saaxilamaniif qabatamaan Wabii ta’u isaa mirkanneesaa� jira.\nBaankiin Siinqee, Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa wabii argateen, Dargaggoota carraa hojii uumuu, kalaquu fi jijjiirama fiduu danda'an maallaqaan deeggaruun, sochii dinagdee fi carraa hojii uumuu Naannichaa keessatti gahee jajjabeessaa taphachaa jira.\nBaankonni biyyattii biroonis industirii oomishaa fi qonna walitti hidhamiinsa qabu maallaqaan deeggaruu, oomishaalee alaa galan Omisha biyya keessaan� bakka buusuu, al-ergii guddisuu fi carraa hojii bal'aa uumuu keessatti gahee isaan irraa eegamu sadarkaa irraa eegamun sirnaan yoo bahatan, dinagdee biyya keenyaa keessatti hojii galataa fi fakkeenyummaa qabu raawwatu.\nKanaaf, Naannoleen biroo fi baankonni biyyattii muuxannoo garii Naannoo Oromiyaa fi Baankii Siinqee irraa barachuun, dargaggoota, oomishtoota fi dhaabbilee hojii uumuu keessattj bobba’aaniif� maallaqaan deeggaruun, caalaalmaatti� hojjechuudhaan guddina dinagdee biyya keenyaa keessatti gahee isaanii isa murteessaa fi bakka hin bu'amne akka bahatan� yaadaa fi gorsa� koo nan dhiyeessa.\n???? ???? ?????\n?????? ????? ??? ????? ??? ?? ??????
The Secretary General of ECCSA Dr. Kenenisa Lemie (Associate Professor), today held a meeting with a business delegation from the Sultanate of Oman at his office.



