Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera� Itiyoophiyaa Giddu galaa Gabaa bifa haarawaan ijaarsise eebbisiisuun, diizaayinii Waajjira Muummichaa haarawaa ijaaruuf qopheesses iftoomsuun� dhakaa bu’uuraa kaa’eera.\nSirnichis kan raawwate bakka qondaaltonni mootummaa olaanoo, miseensonni boordii daayirektaroota mana marichaa ammaa fi duraanii, akkasumas bakka bu'oonni dhaabbilee idil-addunyaa fi� keessummoonni gara garaa argamanitti gaggeeffameera.\n \nSaganticha irratti kan argaman Ministirri Daldalaa fi walitti hidhaminsa naannoo� Dooktar Kassahun Gofe akka jedhanitti, manni marichaa� damee dhuunfaa bakka bu'uun hojiiwwan hedduu hojjechaa kan ture yoo ta'u, wiirtuu deggersa tokkummaa, abukaatummaa imaammataa, daldala ammayyeessuun, ce'umsa dinagdee mootummaan durfamu irraa gara dhuunfaan durfamuutti haala mijeessuuf itti gaafatamummaa isaa haalaan bahuu� akka qabu hubachiisaniiru.\nGamoon Waajjira Muummichaa Mana Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera� Itiyoophiyaa bara 1957 erga eebbifamee kaasee haaromsi utuu hin godhamiifiin� kan ture yoo ta'u, wayita ammaa.kanatti miisoma.koridarii akka Magaalaa Finfinneette eegame waliin haala.walsimuu danda’uun qulqullinaa fi miidhagina gamoo, akkasumas kenniinsa tajaajila daldalaatiif haala mijatuun� fooyya'iinsi hedduun taasifamuusaa�� Pireezidaantiin� Mana Maree Daldalaa fi WaldaeeSemtera� Itiyoophiyaa Obbo� Sabsib� Abbaafiraa Abbaajoobir beeksisaniiru.\nManni marichaa akka bakka bu'aa damee dhuunfaa biyyaalessaatti mootummaa fi qooda fudhattoota adda addaa waliin ta'uun misooma damee dhuunfaaf hojjechaa jira. Kana keessatti bu'aan abdachiisaa mul'achaa jiras jedhaniiru Obb Sabsib. Keessattuu erga Boordiin Daayirektarootaa haaraan filatamee itti gaafatamummaa fudhatee as gama kaayyoo isaa hojiirra oolchuutiin hojiin bal'aan mana marichaa keessatti hojjetamee bu'aawwan jajjabeessoon galmaa’uunis ibsameera.
Kenenisa Lemie (PhD, Associate Professor), talks with� Mrs. Nicola Eriksson Facke second secretary, private sector Development and Market System� at Sweden Embassy

ተጨማሪ ዜናዎች

Dr. Kenenisa Lemie held a discussion with Sean Boyd, Minister-Counsellor and Head of Development Cooperation at the Embassy of Canada to Ethiopia.
ተጨማሪ ያንብቡ
????? ????? ??? ??? ?? ??? ?????? ???? ?? ???? ???? ????? – ????? ???? ????
ተጨማሪ ያንብቡ
