?????? ????? ??? ????? ??? ?? ????? 3?? ???? ????? ???? ??? ??? ???? ?????? ??? ??? ???? ????? ?? ?????? ???? ??? ?????? ??? ???? ??? ??? ??? ???? ???? ????? ?? ???? ?????????\n????? ????? ?? ?????? ????? ????? ?????? ?????? ????? ???? ????? ???? ??? ???? ?????? ???? ????? ????? ?????? ??-???? ????? ??????? ????? ?????? ?? ????? ???? ????? ??? ??? ????? ????? ???????\n???? ??? ???? ???? ?? ???? ???? ?????????? ??????? ???? ???? ??????? ????? ???? ???? ??? ?? ??????? ??????\n \nAjandaa Bizinasii biyyaalessaa 3ffaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaatiin Qorannoodhaan adda bahe mirkaneessuuf waltajjiin maree qooda fudhattoota hirmaachise gaggeeffameera.\nWaltajjicharrattis hudhaaleen hojii daldalaa gufachiisu jedhamanii qorannoodhaan adda bahan dhiyaatanii mariin bal’inaan kan irratti gaggeeffame yoo ta’u hoggantoonni manneen maree daldalaa fi waldaalee sekteraa naannoleefi Bulchiinsa magaalota gara garaa irratti hirmaataniiru.\nQorannoo gaggeeffameenis dhiyeessiin lafa bakka omishaa, dhimmoonni gibiraafi gumuruukii waliin wal qabatan, dhiyeessiin faayinaansii, rakkoon nageenyaa,� hanqinni bu’uraalee misoomaa, rakkoon sharafa biyya alaa,� daldalli seeraan alaa, malaammaltummaafi rakkoon bulchiinsa gaarii dhaabbileen dhuunfaa shoora dinagdee keessatti qabaachuu qaban akka hin taphanne gufuu itti� ta’uunsaanii adda baheera.\nHirmaattonni marichaas rakkooleen qorannoodhaan adda bahan kunniin furmaata akka argataniif Manni Maree Daldalaafi Waldaaleen Sektera Itoophiyaa qaama Mootummaa dhimmi ilaallatu waliin mari’achuun furmaata akka argatan yoo taasise dhaabbileen dhuunfaa gumaacha misooma dinagdee biyyaatiif taasisuu qaban akaa bahatan taasisa jedhaniiru.\n\nThe Ethiopian Chamber of Commerce and Sectoral Associations (ECCSA), in collaboration with CIPE Ethiopia, held a stakeholder validation workshop for the Third National Business Agenda in Addis Ababa.\nMajor issues identified included access to land, finance, foreign exchange, infrastructure, taxation and customs, security, input supply, governance, and the informal economy.\nParticipants reviewed the study findings, provided additional input, and emphasized the need for further research and policy dialogue.
???? ????? ???? 4 ?? 2018 ????? ?????? ??? ????? ????? ???? ??? ?????? ????? ???? ?? ????? ???? ?????? ???? ???? ??????



