?????? ????? ??? ????? ?/?? ???? ?????(CIPE-Ethiopia) ?? ?????? ??? ??? ??? ??? ????? ????? ??????? ?-???? ?? ???? ???? ???\n?????? ????? ??? ????? ?/?? ?? ??? ?/? ???? ?? ?????? ????? ?????? ??? ??? ????? ???? ????? ??? ???? ??? ????? ??? ????? ??? ?????? ???? ?? ???? ?/??? ???? ??? ???? ??? ?????? ??? ?????? ?? ????? ?????\n????? ???? ?????? ????? ?????? ?? ?-???? ?? ???? ?? ???? ??? ???? ??????? ???? ?? ???????? ???? ??? ???? ?? ?? ???? ???? ???? ???? ?????\n??? ??? ???? ??? ????? ?/?? ?????? ?? ??? ??? ?????? ?????? ???? ??? ????? ?/?? ???? ?? ??? ???? ????? ?????? ??????? ?????? ???? ??????? ????? ??? ????? ?/???? ??????? ???? ??? ??? ?????? ????? ???? ??? ???? ?? ???? ??? ???? ?????? ???? ????? ??? ??? ??? ?????? ????????\n \nManni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa ‘CIPE-Ethiopia’ waliin ta’uun dhaabbilee hawaasa daldalaa magaalaa jimmaarraa walitti babahaniif sirna gabaafi daldalaa dijiitaalawaa irratti leenjii ijaarsa dandeettii kennaa jira.\nBarreessaan ol’aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr. Qananiisaa Lammii wayita leenjicha jalqabsiisan akka ibsanitti, addunyaa daladalab yeroo ammaa dorgommiin itti heddummatu kana keessatti daldaltoonni Itoophiyaa hojii daldalaa haala baratameen hojjechuun dorgomtoota ta’uu akka hin dandeenye eeraniiru.\n \nHawaasni dadalaa beekumsaafi hubannoo wayiitawaa akka qabaatuuf manneen maree daldalaa hojiiwwan ijaarsa dandeettiirratti xiyyeeffatanii hojjechaa kan jiraaniifis kanaaf ta’uu ibsaniiru. Keesumaa daldalli fi sirni gabaa dijiitaalawaa dhimma xiiyyeeffannoo barbaadu waan ta’eef hawaasni daldalaa omishaafi tajaajiloota isaa karaa toora Intarneetii beeksifachuufi gurgurachuu adeffachuu qaba jedhaniiru.\nPireezidaantiin Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Kadir gamasaaniin, Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera biyyaalessaa yeroo dhiyoodhaa as manneen maree daldalaa naannoleefi magaalotaa dadaammaqsuufi dandeetti daldaltootaa cimsuuf leenjiiwwan wayitawoo gargaraa kennaa jiraachuusa dinqisiifachuun caarraa kana daldaltoota magaalaa Jimmaatiif kennuusaatiifis galateeffataniiru.
?????? ????? ??????? 2?? ?? ???? ???? ????




