ሰኞ – ዓርብ፡ 2:30 – 11:30info@ethiopianchamber.com
ECCSA logoECCSAየኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት

?????? ????? ??? ?????? ECMA's Guidance on Customer Due Diligence and AML/CFT Reporting ????? ?? ????::

Initiative Africa logo

?????? ????? ??? ????? ??? ?? ???? ????? ???? ???? ???\n??? ?? P4G ????? ??? ?? ?????? “Financial Managment for Startups” ??? ??? ???? ???? ???\n?????? ?????? ??????? ???? ???? ???? ????? ??? ???? ???\n????? ????? ??? ????? ????? ??? ????? ????? ???? ???? ?? ???? ???? ???? ?????? ?? ???? ??? ???????\n????? ??? ??? ????? ???? ????? ????? ?? ??? ??? ????? ???? ????? ???? ??? ????? ?????? ???? ?? ???? ????? ??? ???\n?? ?? ? (P4G) ?? ?????? ????? ????? ????? ?? ????? ????? ????? ???? ???? ????? ???\n\nManni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Biizinasoota jalqabbiirra jiraniif Leenjii Kennaa jira.\nManni Marichaa Dhaabbata P4G jedhamu waliin ta’uudhaan Mata duree ‘Financial Managment for Startup’ jedhurratti leenjii kennaa kan jiru yoo ta’u, bulchiinsa faayinaansiifi dhiimmota isa waliin wal-qabatanirratti xiyyeeffachuun guyyoota sadiif kan itti fufudha.\nLeenjiin kennamu kun Biizinasootni jalqabdoota ta’an dorgomtoota akka ta’an kan gargaaru ta’uu kan eeran Daayirektarri Akkaadaamii Hoggansa Biizinasii Mana Maree Daldalaafi Wldaalee Sektera Itoophiyaa Obbo Bisiraat Ballaxaa,� riiifoormii Diinagdee yeroo ammaa hojiirra oolaa jiruufi Waalii galtee Gabaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf, akkasumas� Sochii biizinasii idil-addunyaa yeroo ammaa jiru irratti hubannoo gahaa akka argatan kan taasisudhaa jedhaniiru.\nLeenjiin P4G waliin ta’uun kennamu kunis mata dureewwn gara garaa irratti marssaalee hedduun kan itti fufu ta’uun ibsameera.