Baazaariin Daldalaafi Invastimantii Itiyoo Chaambar walta’iinsa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa, Mana Maree Daldadalaafi Waldaalee Sektaraa Magaala Adaamaafi Waajjira Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatiin qophaa’e har’a Bitootessa 18 bara 2018 eegaleera.\n \nSirna Baniinsaa Baazaarichaarratti ergaawwan gara garaa kan darban yoo ta’u, Hogganaan Waajjira pireezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaafi Bakka Bu’aan Pirezidaantii Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sekteraa Itoophiyaa ergaa dabarsaniin kaayyoon Baazarichaa IMXwwan sababoota gara garaatiin Biizinasiiwwan isaan dadhabe jajjabeessuu akka ta’e himaniiru.
????? ????? ????? ??? ???? ????? ???? ???? ??? ?? (????) ?????? ???? ????? ?? ????? ?? ????? ???? ??????




