????? ????? ??? ????? ??? ?? ?????� ?? ?2018 ???? ????? ???? ?? ???� ?2019 ??? ?? ???? ???????\n????? ???? ??? ????? ??? ?? ?2018 ??? ?????? ?????? ????? ????� ????? ?? ???? ????? ????? ?????? ??? ?????� ???? ???????? ??????? ???? ????? ???? ???? ?????? ???? ???? ????? ??? ???? ??? ???? ????? ??????? ????? ::\n??? ???? ????? ??? ?? ?? ?????� ???? ?/??? ??� ?????? ????? ???? ??� ????? ???? ??? ??? ?????? ?????? ?? ??? ??????�� ??? ??? ????? ???? ??????� ???? ??? ?????? ????� ??? ?? ?? ????? ???? ???? ????? ????? ???? ::\n?2019 ???? ??? ???? ?? ??????? ??? ?? ????? ??? ???? ??? ????? ???? ??? ????? ?? ?????? ??? ??� ??? ?? ::\n??? ???? ????? ?????? ?????? ????? ?? ??? ???? ????? ??? ????? ????? ????? ???? ???? ?? ??? ??� ????? ?????? ?????� ??? ??????? ???? ???? ?????? ????? ???? ??? ???? ????? ?????? ??? ??? ?? ::\n????? ???? ??? ?????? ?????? ?????? ????? ??? ??????? ???? ????? ???? ?? ?? ???? ?????? ???????? ??? ???? ???? ????? ???? ??? ????? ::\n?????? ???? ??? ????? ??? ?/?? ???? ??? ???� ??????? ??????? ????? ???????? ????????? ?????? ????? ?????? ?????? ???? ?????? ?????? ???? ??? ???? ????? ??? ???? ????? ?\n\nGuyyaa Har’aa� hooggantoota Mana maree dalddalaa fi seektaraalee Oromiyaa� waliin raawwii hojii bara baajataa 2018 gamaaggamun kallatti karoora hojii bara baajataa 2019 irratti marii bal’aa gaggeessineerra.\nGamaaggamni raawwii karoora bara 2018 akka agarsiisutti, Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee seektaraa� Oromiyaa diinagdee fi dippiloomaasii naannichaa cimsuun hojii� bu’a qabeessa tahe hojjetee jira.\nKeessattuu daldalaa fi invastimantii babal’isuun, oomishaalee naannichatti oomishamanif gabaa barbaaduun, walitti hidhamiinsa gabaa uumuun fi carraa daldalaa bal’isuun bu’aa jajjabeessaa galmeessuu danda’eera.\nManni Maree keenya Biiroo Daldalaa Oromiyaa fi caasaalee sadarkaan jiran� waliin qindoominaa fi hariiroo cimaa uumudhaan� Manneen maree daldalaa sadarkaan jiran deebisee gurmeessuu fi cimsuu danda’eera.\nAkkasumas, daldaltoota kuma dhibbaan lakkaa’aman keessaa hojii daldalaa itti gaafatamummaa guutuudhaan akka hojjetan gochuuf leenjii fi hojiiwwan ijaarsa dandeettii garaagaraa milkeessuun danda’ameera.\nkaroora bara baajataa 2019 adda kan taasisu, Manni Maree keenya hojii haaromsa keessa of gurmeessee milkaa’inaan ce’uun dandeettii hojii raawwachuu fi raawwachiisuu cimaa qabaachuu irra gahu� isaati. Kanaafis miseensota isaa caalaatti gurmeessuun, gabaa biyyaalessaa,� Afrikaa fi idil-addunyaa keessatti dorgomaa akka ta’an qopheessuu irratti xiyyeeffata.\nAkkasumas hawaasa daldalaa ammayyeessuun, leenjiiwwan yeroon barbaaduu� kennuudhaan daldalli bu’a qabeessi Oromiyaa keessatti akka dagaagu taasisuuf karoorfameera.\nDabalataanis, daldaltoonni naannichaa hojii tajaajila hawaasummaa, hojiiwwan misoomaa mootummaa� tarsima’aa ta’aan fi� hojii nageenyaa keessatti gahee isaanii akka bahatan taasisuuf Manni Maree keenya karoora bal’aa qopheessee jira.\nBara baajataa itti aanu keessatti, mootummaa naannichaa waliin ta’uun gamoo Manni Maree Daldalaa Oromiyaa magaalaa Finfinneetti ijaaramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’uun hojii ijaarsaa jalqabuuf karoorfanneerra. Akkasumas hojii keenya teeknooloojii fi dijitaalaayizeeshiniin ammayyeessuun, mirgaa fi fayyadamummaa hawaasa daldalaa karaa hundaatiin mirkaneessuuf hojiiwwan bal’aa hojjechuuf qophii xumurreerra.\n???? ???? ?????\n??????? ???? ????? ??? ????? ??? ??? ??????
???? ??? ??? ???? 111 ???? ??? ???? ?????? ????? ??? ????? ?? ????? ?????? ?? ??? ??????




