ሰኞ – ዓርብ፡ 2:30 – 11:30info@ethiopianchamber.com
ECCSA logoECCSAየኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት

????? ?3 ?? ??? ?????? ????????? ??? ???? ?? ?? ?????::

የኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት የዳይሬክተሮች ቦርድ የ2019 በጀት ዓመት መደበኛ ስብሰባችን በተሳካ ሁኔታ አጠናቀናል።

??? ?? ???? ???? ??? ????? ??? ?? ?????? ???? ???? ???? ?/???? ??????? ??? 12 ?? 2018� ?1600 ??? ????? ????? ????? ????? ?????? ?????? ??? ?????? ??? ?? ??? ????????? ?????? ????????\n?????? ??? ?????? ??? ??? ?????? ?????? ????� ????? ???? ??? ??? ????? ??? ??? ????? ???? ??????? ?????? ????? ??? ????? ?/?? ??? 11 ?? 2018 ??? ??? ?????? ??? ?? ?? ????? ??? ??/?? ???? ?????????� ???? ??? ??????? ???????? ????? ???? ????? ?? ???? ??? ?/??? ???? ????? ????\n???? ???? ???? ??? ????? ?? ??? ???? ?? ?? ??? ?? ?? ???? ??? ?/?? ??? ??? ?? ??? ???? ???? ????? ?? ????? ????? ??????? ??????\n \nManni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera� Bashaasha Biqiltuu dhaabuun guyyaa Ashaaraa Magariisaa dhaabbilee dhuunfaatiif qooda isaa bahee jira.\nDhaabbileen dhuunfaa Guddina Misooma Diinagdee biyyaa keessatti shoora ol’aanaa taphachuun cinaatti itti gaafatamummaa hawaasummaa qabanis kara adda addaatiin bahachuun gumaacha isaanirraa eegamu taasisaa jiru.\nHaaluma kanaan duula ashaaraa magariisaa misooma diinagdee magariisaa� akka biyyaatti qabatame dhugoomsuuf Muummicha Ministiraa Kabajamoo Dr Abiyyi Ahimadiin jalqabamee waggoota saddeettan darbaniif waliitti fufiinsaan hojjetamaa jiranirratti hirmaachuun� bara baraan gumaacha ol’aanaa taasisaa jira.\nManni Maree Daldalaa Biyyoolessaa fi Oromiyaas Kallattii kana hordofuun dura bu’ummaa Minsteera Daldalaatiin� Adoolessa 11,2018 Magaalaa Finfinneeti saganticha kan jalqabsiisan yeroo ta’u, Godina Jimmaatti� MMDWS Bashasha� bakka hoggantootni Magaala hunda fi Daldaltootni� Magaala argamanitti Biqiltuu 1600 hirmaatotni 450 bakka argamanitti� raawatanii jiru.\nDhaabbii biqiltuu gaggeessuun cinaatti Manni Maree Daldalaafi� Waldaalee Sektaraa Magaalaa Bashaashaa fi Aanolee Naannawaa ishee Aanaa Geeraa Magaalaa Ciiraatti argamuun Dhaadhannoo “Nama gargaaruuf Nama ta’uun qofti gahaadha” jedhuun Harka Qalleeyyiif mana ijaaranii jiru.