ሰኞ – ዓርብ፡ 2:30 – 11:30info@ethiopianchamber.com
ECCSA logoECCSAየኢትዮጵያ የንግድና ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት

?????? ???? ???????? ??? ???? ??? ???(VAT) ????????

Haji Ahmed Kelifa Zeruke

????? ???? ????? ???? ?????? ????? ?? ????? ?????\n?????? ????? ??? ????? ??? ?? ????? ???? ???? ?? ?????? ????? ??? ??? ????? ??? ????? ?? ??? ????? ???? ????? ???? ??????\n???? ??? ?????? ??? ?????? ????? ????? ???? ???? ????? ???? ????? ??? ????? ??? ??? ???????? ?? ????? ????? ???? ???????? ????? ???????\n???? ??? ???? ??? ????? ????? ??? ???? ???? ?????? ?????? ????? ???? ??????? ????? ?? ??????\n????? ???? ???? ????? ???? ???? ??? ???? ???? ????? ????? ????? ?????? ????? ?????? ????? ????? ??? ???????? ??? ???? ??? ?????? ????? ???? ????? ????????\n?????? ???? ??? ????? ??? ?? ????? ????? ??? ????? ?????? ?? ??? ????? ?????? ??????? ???????\n???? ?? ???? ?????? ???? ????? ????? ??? ?? ???? ??? ??? ?????? ??? ????? ????? ???? ???? ??? ???? ?????? ?? ?????? ????? ????? ?? ?????\n????? ???? ???? ?????? ????? ????? ?? ?? ??????? ????? ????? ?? ???? ?????????\n———\nHawaasni daldalaa nagaa fi tasgabbii biyyaa uumuu keessatti gahee bakka hin buune akka qabu ibsame.\nManni Maree Daldalaa fi Waldaalee.Sekteea Ityoophiyaa, Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin ta'uun waltajjii marii adeemsa maree biyyaalessaa� keessatti gahee dameen dhuunfaa qabu� irratti xiyyeeffate qopheessee jira.\nWaltajjii Marii� Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame kanarratti Miseensonni Boordii Daayirekatarootaa Mana.Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa,� pireezidaantoonni fi barreessitoonni Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera naannollee, Komishinii Maree Biyyaaleessaarraa,� akkasuma keessummoonniifi qorattoonni� dhaabbilee gara garaarraa affeeraman argamaniiru.\nNageenyi dhabamuun qaama� kamiyyuu caalaa damee daldalaa waan miidhuuf hawaasni daldalaa itti gaafatamummaa isaa sirnaan ba'uu akka qabu marii kana irratti ibsameera.\nKomishinarri Komishiniin Marii Biyyaalessaa Dr� Ambaayee Ogaatoo akka ibsanitti komishinichi� kutaalee hawaasaa adda addaa dhimmoota biyyaalessaa irratti walitti fiduun furmaata waloo mariidhaan hiikuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.\nManni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektera� Itiyoophiyaa itti gaafatamummaa guddaa akka qabuu fi hojiin isaan hojjechaa jiran jajjabeessaa ta'uunis� ibsameera.\nItti aanaan pireezdaantii mana marichaa Dr Aynalem Abayneh gama.isaaniin, manni marichaa akka bakka bu'aa damee dhuunfaatti dhimmoota akka nagaa daldalaaf, daldalaaf nagaa irratti mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechaa jira.\nQorattoonni adeemsa marii fi gahee nagaa fi tasgabbiin hawaasa daldalaa keessatti qabu irratti waraqaawwan dhiyeessuun, mariin bal'aan gaggeeffameera.