?????? ????? ??? ????? ??? ?? ????? ??? ?????� ????? ????? ?????? ?? ?-???? ?? ???? ???? ???\n?????? ????? ????? ??/?? ?? ??? ?/? ???? ?? ??? ????? ?/??? ???? ??? ????? ???? ????????� ????� ???? ???? ???? ??????? ???? ??? ???? ???? ??? ???? ??????\n??? ??? ??? ???? ?????? ????? ??? ????? ?/?? ???? ?????? ??? ???? ????? ???? ??? ??? ????? ????? ????? ????? ?????? ???? ????� ??????? ???? ????? ????????\n?21?? ?/??? ???? ?????? ???? ?????? ???????? ?????? ????????\n \nManni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa daldaltoota Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee irraa walitti babahaniif sirna bittaafi gurgurtaa dijiitaalawaa fi� gurgurtaa karaa toira Intarneetiitiin raawwatamurratti lenjii hubannoo uumuu kennaa jira.\nLeenjicha haasawaan kan banan barreessaan ol’aanaa Mana Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa Dr Qananiisaa Lammii, addunyaa har’a keessa jirru kana keessatti hojii daldalaa haala baratameen hojjechuun akka hin danda’amne ibsanii dorgamaa cimaa ta’uuf ogummaa dijiitaalawaa gonfachuun dirqama ta’uu hubachiisaniiru.\nManni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektera Itoophiyaa hawaasni daldalaa addunyaa mandara tokko ta’aa jirtu kana keessatti dorgomaa akka ta’uuf hojmaatota haarawoo sirna daldala addunyaa keessatti yeroo yeroon bahanirratti hojii hubannoo ummuufi leenjii ijaarsa dandeetti kennuudhaan itti gaafatamummaasaa bahaa jiraachuus ibsaniiru.
2?? ??????? ??? ???? ???? ????? ????




